Wanda Na Dura Jiru Duwwaatti Haa Hiixannu
Ergaa Wangeelaa, Lb. Dr. Gammachuu Olanaan qophaa'e .
“Obboloota ko ani akka nama harka isaa keessa isa galfatetti of hin lakkaa’u. Hata’u iyyuu male. Waan tokko nan godha; wanta na booddetti hafe yaaduu dhiisee; wanta na dura jirutti nan hiixadha.” Fipl. 3:13