Gurra keenya guddisuu qabna malee,arraba keenya miti.rabbiin gurraa lama,miila lama,ija lama,funyaan uraa lama,wantii siif kenne arraba immoo tokko qofa kan godhe umeef sababa qaba.kana jechuun hasawuu qofa osoo hinta'iin caqasuu calchiisuu waan qabduuf.