Settings
Light Theme
Dark Theme
Podcast Cover

Tamsaasa Raadiyoo Bilisummaa

  • RBD-Waltajjii Dargaggootaa 2019-06-17

    16 JUN 2019 · Ajajaan WBO Zoonii Gujii Bahaa, Jaal Magarsaa Lammii, "Kaayyoon Oromoo jijjiirama teessoo miti; jijjiirama hundee, jijjirama biyyaa ti," jedha. Haala sochii WBO godinichaa fi dhiibbaa yeroo ammaa mootummaan Itoophiyaa geessisaa jiru, olola WBO irratti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee Gaaffii fi Deebii waliin taasifne qabannee dhyaanne. "WBOn waraana kaayyoo jabaa qabu!" Caqasaa!!
    45m 25s
  • Explicit

    RB- Waltajjii Dargaggootaa 2019-06-10

    10 JUN 2019 · Qophii keenya har'aa keessatti Oduu fi Waltajjii Dargaggootaa qabannee dhiyaanne. Waltajjiin Dargaggootaa sochii WBO Godina Kibbaa kan Gujii Lixaa irratti xiyyeeffata. Hogganaa WBO Godina Gujii, Jaal Rabbirraa Bilisummaa waliin turtii goona!!
    39m 12s
  • RB-Xiyyeeffannoo 31-05-2019

    30 MAY 2019 · Dubbii Araaraa Guyyaa kaleessaa labasame irartti Ajajaan WBO Zoonii Giddugalaa deebii qaba. Jaal Sanyiin akak ibsetti, WBO akeeka xaliilawaa qaba."Qe'een Oromoo bilisummaa, nagaa fi kabajaa akka argatuuf hidhannee baane; sun haga mirkanaa'utti qabsoon keenya itti fufa!" Gaaffii fi Deebiin Jaal Sanyii Nagaasaa waliin godhame kunoo akkanatti qindaa'ee dhihaateera!
    29m 43s
  • Interview with J Dhugaasaa Bakakkoo_01-03-2019

    1 MAR 2019 · Kun Gaaffii fi Deebii miseensa Shanee Gumii ABO, Jaal Dhugaasaa Bakakkoo waliin taasifamee dha. Gaaffii fi deebii kun haala yeroo irratti kan xiyyeeffate>
    46m 23s
Raadiyoon Bilisummaa tamsaasa karaa internetii ummata Oromoo darbuu dha; akeekni tamsaasichaa hawaasti odeeffannoo gahaa argatanii murtii qajeelaa akka fudhatan dandeessisuu dha.
Information
Author Raadiyoo Bilisummaa
Categories News
Website -
Email -

Looks like you don't have any active episode

Browse Spreaker Catalogue to discover great new content

Current

Looks like you don't have any episodes in your queue

Browse Spreaker Catalogue to discover great new content

Next Up

Episode Cover Episode Cover

It's so quiet here...

Time to discover new episodes!

Discover
Your Library
Search