Settings
Light Theme
Dark Theme
Podcast Cover

Birmaduu Radio Podcast

  • Wanda Na Dura Jiru Duwwaatti Haa Hiixannu

    26 AUG 2018 · Ergaa Wangeelaa, Lb. Dr. Gammachuu Olanaan qophaa'e . “Obboloota ko ani akka nama harka isaa keessa isa galfatetti of hin lakkaa’u. Hata’u iyyuu male. Waan tokko nan godha; wanta na booddetti hafe yaaduu dhiisee; wanta na dura jirutti nan hiixadha.” Fipl. 3:13
    25m 52s
  • Raawwii Akeeka Waqayyoo

    4 AUG 2018 · Barsiisa Wangeelaa seenaa Ruth irratti hundaa'e. Lb. Gemechu Olanaan kan qoophaa'e. | Bible lesson based on the history of Ruth.
    34m 52s
  • Jireenya fi Hoogansa Ogummaa Sodaa Waaqayyon Masakamu

    27 JUN 2018 · Ergaa Wangeelaa Waa'ee jireenyaa Hoogansaa kan Ogumaa Sodaa Waaqayyoon Masakamu. Lb. Gammachuu Olaanaan kan qophaa'e. 1Sam. 13 -16
    34m 35s
  • Hiikaa Jireenyaa

    12 MAY 2018 · Lb. Gammachuu Olanaan kan qophaa'ee, ergaa Wangeelaa Hiikaa Jireenyaa kan Ilaaluu, Luq. 22:24-29 kan hundaa'ee.
    27m 19s
  • Ijaarsa Haraa Kan Mulata Waqayoo irratti Hundaa'e

    6 MAY 2018 · Barsiisa Sagalee Waaqayyoo waa'ee Ijaarsa haaraa, seenaa Nahimiyaa irratti Kan hundaa'ee. Lb. Dr. Gammachuu Olaanaan kan qophaa'e.
    30m 57s
  • Dhudhaa Wangeelaatti Jiraachuu Amanaa Tokko

    6 MAY 2018 · Jireenyaa dhuudhaa Wangeelatti jirachuu duuka buutuu Gooftaa Yesuus tokko. Lb. Gammachuu Olanaan kan qophaa'e.
    40m 58s
  • Jireenyaa Abdii, Kan Amanamummaa Waaqayyoo Irratti Hundaa'e

    28 APR 2018 · Jireenyaa abdii, Kan amanamummaa Waaqayyoo irratti hundaa'e.
    25m 52s
  • 38m 10s
Afaan Oromo Gospel Radio Podcast
Contacts
Information

Looks like you don't have any active episode

Browse Spreaker Catalogue to discover great new content

Current

Looks like you don't have any episodes in your queue

Browse Spreaker Catalogue to discover great new content

Next Up

Episode Cover Episode Cover

It's so quiet here...

Time to discover new episodes!

Discover
Your Library
Search